Faaruun daa'immanii "Baby shark, doo, doo, doo, doo, doo, doo" jedhuun beekamu ijoollee biratti akkaan jaalatamaadha. Kiim Miin -seuk bara 2016 fiilmii faaruu daa'immanii Baby Shark jedhamuun beekamu ...
Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed har'a paarlaamaaf deebii yeroo kennan waa'ee waraana godinaalee Wallaggaa keessatti hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo waliin gaggeeffamee kaasan.
Onkoloolessa 15/2018(TOI)-Guyyaan raayyaa ittisaa Itiyoophiyaa 118ffaan mata duree “Biyya eenyuyyuu itti hinbuune raayyaa eenyuyyuu hin dandeenye” jedhuun kabajamaa jira. Itaamaajoor shuumiin walii ...