Irra caalatti weelluwwaan isaa diddaa Mastarpilaanii fi qabsoo qeerroo Oromoo Fincila Diddaa Gabrummaa irraatti weellisuun beekama. Himanna shororkeessummaa fi dararaa mana hidhaatii hanga qabsoo ...
“Mootummaan filannoo gochuuf humna guutuu qaba” kan jedhan MM Abiy, filannoon biyyaalessaa 7ffaa filannoo fooyyee akka ta’ufi yeroosaa eeggatee akka adeemsifamu dubbataniiru. Guduunfaa Akkaataan ...