Mootumman waliigaltee Piritooriyaa cabsuun miseensota humnoota Tigraay irratti haleellaa diroonii raawwate jechuun Addi Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) himate. TPLF ibsa baaseen ALI Jimaata ...
Amalli waraabessaa badaa hin mul'anne ija kaameeraa keessa galeera. Waraabessi rimaa yeeyyii irraa raqa hatuun fooliinsaa akka hin beeksifneef bishaan jala dhoksite. Waraabessi rimaaTandaalaa jedhamtu ...
Sanbata galgala baabura gara Landanitti imalu irratti namoonni sagal waraanamuun madaa'uu fi poolisiin Biriteen shakkamtoota taatee kanaan hidhata qabu jedhamee amanamu lama to'annaa jala oolchuu ...
Magaalaa Sudaan el-Fashaar humna addaa Rapid Support Force(RSF)'n qabamuun booda namoonni 60,000 ol iddoo sanaa baqachuu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanitti dameen baqattootaa ibseera. Gareen RSF ...
Gareen Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) dubbii MM Abiy Ahimad jalqaba torbee kanaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa keessatti dubbatan mormuun, ibsa baasera. Ibsa isaan qoccolloo gama ...
Ol-adeemtuun ganna 14 miidiyaa hawaasaarratti yeroo haasa'aa ooltu haatishee badaa hin yaaddofne ture. Torbanoota booda garuu amallishee geeddaramuu jalqabe. Odeessa kanaaf jecha maqaashee Kiristinaa ...
Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed har'a paarlaamaaf deebii yeroo kennan waa'ee waraana godinaalee Wallaggaa keessatti hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo waliin gaggeeffamee kaasan.
Hordoftoota keenya! Odeeffannoon kun qabiyyee miira keessan jeequ of keessaa qabaachuu danda'a. Maqaan isaanii Aadde Muluu Alamuu jedhamu. Aanaa Noonnoo Ganda Halloo Dinkii jiraatu. Aadde Muluun ...
Paarlaamaan Jibuutii pirezidantiin biyyattii yeroo ja'affaaf filannoo akka dorgomaniif haala mijeessuuf jecha daangaa umrii heera mootummaa biyyattiirra jiru kaase. Maanguddoon umrii waggaa 77 ...
Akka ragaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) irraa argame agarsiisutti, guutummaa addunyaarratti waggaatti lakkoofsi namootaa miliyoona 5.4tti tilmaamamu bofaan ni hiddamu. Isaan keessaa ammoo ...
"Akkuma hundi keessan beektan, ani deeggaraa Arsenaal sabboonaadha," jedhan Pirezidantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoo ilkaan isaanii akka aannanii addaatu mullisaa waltajjiirraa kokkolfaa haasaa yeroo ...
Abbaan waancaa bara darbee Liivarpuul tapha Pirimeerliigii afur walitti aansuun mo'amee jira. Kaleessa qe'ee Bireentfoord deemee 3-2 kanniisotaan hiddamee gale. Liivarpuul guyyootan dura tapaha ...