Mootumman waliigaltee Piritooriyaa cabsuun miseensota humnoota Tigraay irratti haleellaa diroonii raawwate jechuun Addi Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) himate. TPLF ibsa baaseen ALI Jimaata ...
Amalli waraabessaa badaa hin mul'anne ija kaameeraa keessa galeera. Waraabessi rimaa yeeyyii irraa raqa hatuun fooliinsaa akka hin beeksifneef bishaan jala dhoksite. Waraabessi rimaaTandaalaa jedhamtu ...
Sanbata galgala baabura gara Landanitti imalu irratti namoonni sagal waraanamuun madaa'uu fi poolisiin Biriteen shakkamtoota taatee kanaan hidhata qabu jedhamee amanamu lama to'annaa jala oolchuu ...
Magaalaa Sudaan el-Fashaar humna addaa Rapid Support Force(RSF)'n qabamuun booda namoonni 60,000 ol iddoo sanaa baqachuu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanitti dameen baqattootaa ibseera. Gareen RSF ...
Gareen Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) dubbii MM Abiy Ahimad jalqaba torbee kanaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa keessatti dubbatan mormuun, ibsa baasera. Ibsa isaan qoccolloo gama ...
Ol-adeemtuun ganna 14 miidiyaa hawaasaarratti yeroo haasa'aa ooltu haatishee badaa hin yaaddofne ture. Torbanoota booda garuu amallishee geeddaramuu jalqabe. Odeessa kanaaf jecha maqaashee Kiristinaa ...
Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed har'a paarlaamaaf deebii yeroo kennan waa'ee waraana godinaalee Wallaggaa keessatti hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo waliin gaggeeffamee kaasan.
Paarlaamaan Jibuutii pirezidantiin biyyattii yeroo ja'affaaf filannoo akka dorgomaniif haala mijeessuuf jecha daangaa umrii heera mootummaa biyyattiirra jiru kaase. Maanguddoon umrii waggaa 77 ...
Eegdoonni daangaa Beeraaluus lammiileen Ertiraa lama reefa baqataa isaan waliin imalaa ture qabatanii daangaa Laatiiviiyaa kan ta'e naannoo Biraatisilaav keessatti argamusaanii maddi oduu ECB ...
Korporeeshiniin Albuudaa Itoophiyaa fi dhaabbanni 'Sunbird' Baayo-inarjii Afrikaa, Itoophiyaa keessatti damee anniisaa haaromfamuun waliin hojjechuuf sanada walhubannoo mallatteessaniiru. Waliigaltee ...
Akkuma dararaa nama irra gahuutti ilaalamuu danda'a. Garuu faayidaa fayyaa guddaas qaba jedhama. Ofiin of gammachiisuu ykn 'Masterbution' dargaggoota addunyaa biratti waan baramedha. Gochaan ofiin of ...
Ertiraanonni lama reeffa baqataa isaan waliin godaansarra ture qabatanii deemaa turan daangaa Belaarus irratti argaman. Eegdonni daangaa Belaarus baqattoonni Ertiraa lama reeffa nama isaan waliin ...